Notas del episodio
Qophii kana gubbaat:
• Ziyaaraa warra Sa'uudi Arabiyaa gama Itoophiyaafi Eritiraa,
• Xalayaa mootummaan Itoophiyaa mootummaa Eritiraatti barreessite,
• Dubbiin Epstein, qaallicha Sulxaan Ahmed bin Sulayem (mataa DP World) Imaraatii ture aangoo ariisifte,
• Seenaa gabaabsaan kan warra ambi kaayyoo addaaf ol-kaasate ittiin fayyadamtee deebiste lafaan dhoofte namoota kan akka Adnan Kashogii ( Mount Kenya Safari Club), Agha Hasan Abedi( Bank of Credit & Commerce International), B.R. Shetty(NMC Health & Finablr) fi Sulxaan bin Sulayemfi gabaasaalee biraas isiniin qooddadha.
• Dhihaadhaa!
Web: podcasters.spotify.com
