ILMAORMAA
by Ilmaormaa
Ep. 301 Seenaa Keniyaat Ajeefamuu, Hidhamuufi Darbamu Hogganoota…
About this podcast
Hangafa pōdkāstī Afān Oromo !
Ashamaa!!
Baga Nagaan Dhuftan!
As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina.
Dhihaadhaa!!
Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)
Episodes
The newest 20 of 297 episodes
- Ep. 301 Seenaa Keniyaat Ajeefamuu, Hidhamuufi Darbamu Hogganoota Oromo - J. Adam Kabira | Kutaa 2ffaa| 19 Jun 2026 · 1 h 26 min · Episode 301Kurfii lamaffaa kana gubbaatti Jaal Adam Kabiiraan gama biyya Saa'udiyaatti erga taakke kaasee, achirraa Somaleetti, Somaleerraa gama Keniyaa keessatti haala keessa qaxxaamure…
- Ep. 300 Oromoon "Eessaa Kaanee, As Geenye? " Seenaa J. Adam Kabira Wajjin | Kutaa 1 | 13 Jun 2026 · 1 h 46 min · Episode 300Kurfii duraa kana gubbaatti, Jaal Adam Kabiiraan gaaffii "Oromoon Eessaa Ka'anii As-gahan?" gaaffii jattuu deebisuuf, jiruu-jireenya ummmata Oromo ganda itti dhalateerraa…
- Ep. 299 Sirni Sab-daneessaa Waggaa Shanan As-Deemu Keessatti Qormaata Jabaaf Saaxilamuu Hinoolu | · 38 min · Episode 299Qophii kana gubbaatti,Filmaata PPn qopheessiteef jaarmayaalee fi namoota dhuunfaan naannoo Oromiyaa, Dire Dawaafi Shaggar keessatti dorgomoof deeman irraa odeeffanna. PPn waggaa…
- Ep. 298 Dooqaafi Looti Abbootiin Qoroo Afriikaa Mararfattu Guureefii Dhaqee Naayiroobitti Wolargan | 15 May 2026 · 53 min · Episode 298Qophii kana gubbaatti; • Jilli mootummaa Itoophiyaa Ziyaaraaf Ameerikaa dhaqan, • Mormitootni Mootummaa Itoophiyaa hagoon "Port Sudan"itti walargan, • UN waajjira Naayiroobi…
- Ep. 297 Mirgoota Goonfachuun, Mirgootni Goonfataman Bubbulee Shasharafamuufi Sarbamuunis Numa Jira | 9 May 2026 · 35 min · Episode 297Qophii gabaabdu kana keessatti waahee mirgaafi mirga goonfatan dhabuu seettii waliin qooddanna.Dhihaadhaa
- Ep. 296 Imaraatiin "Humna Ajjeechaa Qaxaruun Bobbaastee" Mana Murtii Ameerikaatti Hiimatamte | 2 May 2026 · 55 min · Episode 296Qophii kana keessatti, • Qooda mootummaan Imaraatii dantaa warra Masrii, Libiyaafi Yamanii keessa seenuun hameenya dalagde jadhamee hamatamtuu: • humna waraana dhuunfa warri…
- Ep. 295 PP-ኢሕአዲግ Bara-Aangoorra Turtu Dheeraffachuuf Fakkeessii-Filmaataa Qopheeffatte | 25 Apr 2026 · 52 min · Episode 295Kurfii kana gubbaatti, filmaata bara June 2026 Itiyoophiyaa keessatti gaggeeffamuuf deemurraa qooda fudhachuuf dhaabbilee Siyaasaa hiriira galaniifi waahee mirgaarraa yaada…
- Ep. 294 Ameerikaan Miiza Marii Gubbaattis Warra Iiraan Jilbeenfachiisu Dadhabdee Adda Galan | 12 Apr 2026 · 26 min · Episode 294Mariin Ameerikaa-Iiraan Jidduu Islamabaditti gaggeefamaa ture hongahe.Dhihaadhaa!
- Ep.293 Iiraan Warra Ameerika, Israa'eel, Imaraati, Sa'udiyaafi Kuweet Irra Aante Fakkaata - AMMAAF | 8 Apr 2026 · 32 min · Episode 293Qophii gabaabdu kana keessatti lola Iiraan irratti gaggeefma tureefi araara torban lamaaf godhamterran isniif gabaasa.Dhihaadhaa!
- Ep. 292 Warri Ameerikaa, Lola Amantii(Faith War) Gaggeessaa Jirraa, Masaraa Keessaa Lallaban | 5 Apr 2026 · 1 h 0 min · Episode 292Qophii kana keessatti: • Warri " Evangelical" Ameerikaa, masaraa mootummaa keessatti waraanni Ameerikaa Lola Amantii gaggeesaa akka jiruufi Presidaant Trump fakkii Yesu Kirstoos…
- Ep. 291 "Muummeen Kaayyoo Keenyaa, Wol-dhaqiinsa" Jadhu Warri Lola Eegale. Eenyutu Dhugeeffataan? | 1 Apr 2026 · 36 min · Episode 291Qophii kana gubbaat,Taateewwan ijoo guyyoota muraasa dabran keessatti aduunyaafi Gaanfa Afrikaa keessatti mumullatan irraa waliin qooddanna.Dhihaadhaa!!
- Ep.290 Ameerikaa-Isra'eel Araba Wojjin Gamtaan Itti Duulanii Cabsuu Dadhabanii - Ammaaf? | 28 Mar 2026 · 1 h 14 min · Episode 290Kurfii kana gubbaatti: • Lolaafi olola Ameerikaa-Israael biyya Iiraan irratti ofaa jiran, • Haal-Duree araaraaf Iiraan qopheessite, • Hormuuz keessa hulluuquu warra fedhuuf…
- Ep .289 Olola Mootummaan Haayila Silaasee, Mootummaa Musliimoota Jimmaa Diiguuf Ofaa Ture keessaa | 25 Mar 2026 · 34 min · Episode 289Qophii gabaabduu kana keessatti, Gaazeexaa "Birhaaninnaa Selaam" gubbaatti bara 1932 keessatti ololla mootummaa Jimmaa diiguufu oofama turte irraa haga tokko wolyayyaadachiifna…
- Ep. 288 Mootiin Itoophiyaa "Duula Hormuuz Bansiisuuf Humna Bahaaraafi Komaandoo Erguuf Qophii"Jadhe | 22 Mar 2026 · 44 min · Episode 288Qophii kana keessatti; • Kuubaafi rakkoo keessa jirtu, • Torban kana Lola Ameerikaa-Israael Iiraan irraatti gaggeessaa jiran irraa odeessa ijoo, • Warri Baido'a(South West…
- Ep. 287 Intalaa Hiikaa Takbiiraa(Allahu Akbar !Jachuun) Himaa Jiruu, Duubaan Boombiini Dhuka'e | 14 Mar 2026 · 32 min · Episode 287Kurfii gabaabdu kana gubbaatti: • lola aduunyaa amma gaggeefamaa jirurfi • Filmaata 7ffaa Itoophiyaan gaggeessuuf deemturraa yaada gabaabdu. Dhihaadhaa!
- Ep. 286 Hiriirri Siyaasaafi Amantii Walitti Makamaa Jira Fakkaata | 7 Mar 2026 · 1 h 7 min · Episode 286Qophii kana keessatti taateewwan torban kana mullatan keessaa warra ijoo tahan irraa wolyayyaadachiifna.Dhihaadhaa!
- Ep. 285 Haga Sirni Haaraa Dhaabbatutti Wolbarabadeessurraa Aduunyaan Kan Walqusattu Hinfakkaattu | 28 Feb 2026 · 54 min · Episode 285Qophii kana keessatti: • Lola Ameerikaa-Israa'eel Iiraan irratti eegalan, • Somaleen Xayyaara (Jeetti) Lolaa bitachuuf Pakistaaniin woliigalate, • Israeel warri "Sufi-Axis"…
- Ep. 284 Warri Dhihaa Bifa Haaraan Aduunyaa Koloneeffachuuf Waltajjiit Ol-bahee Wal-waammate | 21 Feb 2026 · 1 h 35 min · Episode 284Kurfii kana keessatti, • Waan "Munich Security Conference" gubbaatti dubbatame keessaa haga nulaallatu, • Yakka daguuggii-shanyii ummata Darfur irratti raawwatameefi raawwatama…
- Ep. 283 Maaltu Deemaa Ture? | 14 Feb 2026 · 1 h 5 min · Episode 283Qophii kana gubbaat: • Ziyaaraa warra Sa'uudi Arabiyaa gama Itoophiyaafi Eritiraa, • Xalayaa mootummaan Itoophiyaa mootummaa Eritiraatti barreessite, • Dubbiin Epstein…
- Ep. 282 Epstein "Kaayyoon Biraanuu Naggaa Shiftummaa Yoo Tahe Biran Jiraa"n Sun Maayyii Eessa Aante ? | 7 Feb 2026 · 1 h 18 min · Episode 282Qophii kana keessatti waan torban kana mummull'atan irraa: • Hariiroo Liibiyaafi Pakistaan, • Woliigaltee Turkiyyee fi Masrii, • Mootummaa Trump fi Afrikaa( Nigeeriyaa, Suudaan…
